Maalif gaa’elatti seenta?
Dursa “Maddeen burjaaja’insaa addunyaan kun keessummeessaa jirtu keessaa kan gaa’ilaa isa hangafaati. Beekanii wallaaluufi beekuu dhabuun waan kanaaf sababa ta’anis, […]
Dursa “Maddeen burjaaja’insaa addunyaan kun keessummeessaa jirtu keessaa kan gaa’ilaa isa hangafaati. Beekanii wallaaluufi beekuu dhabuun waan kanaaf sababa ta’anis, […]
Adolf Hitler dhalataa Oostriyaa fi lammii Jaarmaanii kan ta’ee fi polotikaa irratti nama bal’inaan beekkamu dha. Partii NAZI hoogganuun akkasumas
Yaa lafaftuu yaa inaaftuu!Yaa cabsituu yaa hiraartuu!Yaa tolfattuu yaa hamattuu!Yaa dadhabduu yaa yarattuu! Madaa qubaa natti hin ta’iinNan guddadhaa obboleessoNa
Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali;
Nama borii ta’uuf kaadhimamuun jireenya fuuldura keenyaaf murteessaadha. Jechi ‘Kaadhimamuu’ jedhu kun ‘seerratamuu’, ‘abdatamuu’, ‘waadaa galuu’ jechuutti hiikamuu danda’a. Misirroon
Gaafas galgala yeroon mana gahu, haati manaan koo irbaata qopheessitee na eegde. Harka ishee qabeen, “Waanan sitti himun qaban” jedheen.
Yeroonsaa amma miti. Abbaatu sangaa qalee sibiila ittiin waadan erga qopheessee booda foon waadee mucaa isaatiin immoo “Yaa ilmakoo, mee
Art. Haacaaluu Hundeessaa abbaa isaa Obbo Hundeessaa Boonsaafi haadha isaa Aaddee Guddattuu Horaa irraa bara 1976 Magaalaa Ambootti dhalate. Art.
Hojii aartii dinqisiifachuurraa gara hubachuutti gaafan of ceesisu, hojiiwwan Dr. Zalaalamtu na raaja. Walaloowwan, Abbaa Caalii, Obbo Abbaa Xadaa, Caalii