Book Cover Design

We have been designing book covers since 2017, creating over 500 unique covers that our cherished author clients adore. Our emphasis is on high-quality designs featuring simplified colours, high resolution for printing, and attentive responses to customer feedback. For our book cover pricing, please refer to the packages below.

Our Book Cover Design Packages

LITE

PLUS

PRO

Our Book Cover Design Samples

Testimonials

Ifargan ogeessa gama maraati. Ofiisaatiifis barreessaa waan ta’eef, waan barreessaan qola kitaabasaarratti kaawwachuu yaale, saffisaan hubatee nama ajaa’ibsiisa. Saxaxa qofa osoo hin taane, keessoo kitaabaallee gulaalee barreessa. Hojiiwwansaa miidhagoo qofa miti. Ogummaa gad fagoo akeeku.

Wabii Kabbadaa

An saxaxa kitaaba koo“ Xurree Dhiigaan saaqame” jedhu koodee amala gaarii qabu kana biraattin hojjeetadhe. Kanaaf qulqullinni hojii isaa akka amala isaa nama marara. Hojii isaa baay’een jaalladha. ogeessa akkasi qabachuu keenya waan guddaa.

Baay'isaa Kumarraa

Barreessaa Kitaaba
Xurree Dhiigaan saaqame

Qaxaleewwan yeroo ammaa gama hojii diizaayiniin yaada keenya kuulanii lafa nuuf kaa’uu danda’an keessaa Ifargan adda dureedha. Dandeettii inni ogummaa kana irratti qabu ragaa bahuuf hojiilee isaa kana duraa ilaaluun gahaadha.

Diinagdee Dabalee

Barreessaa Kitaaba
Imimmaan Xiiqii

Ifargan, ogeessa saxaxa giraafiksiin baay’ee ajaa’ibsiifadhuudha.  Sababni isaa, hojii kanaan dura isa waliin hojjedhe keessatti, ogeessa sammuu qaraa ogummaa isaaf iddoo kennu, akkasumas, maamila kabaju, beellamas eegu ta’uu isaa waanan argeefi.

Dachaasaa Ga'eeraa

Barreessaa Kitaaba
Xiyya

Ogeessota saxaxa/graphics hojjetan muraasaa wajjin walquunnameera. Ifargan Graphics anaaf nama addaati. Nama nama dhaggeeffatu, waan beeku hinaaffaa malee namaaf qooduudha. Nama, ‘Utuu akkas ta’ee’ jedhee nama qajeelchufi nama amanamummaan nama tajaajilu ta’uu isaa dhaddacha kam fuulduratti ragaa nan ba’a.

Gammadaa Darajjee

Barreessaa Kitaaba
Gadadoo Mana Hidhaa

I am thrilled with the book cover Ifargan Graphics created! His creativity, attention to detail, and ability to capture my vision resulted in a stunning design. I highly recommend his services!

Taliilaa Shamsuu

Barreessaa Kitaaba
Suur-Miiraa
Language
Scroll to Top