Qarqara Du’aarratti Gaabbii
Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali; […]
Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali; […]
Nama borii ta’uuf kaadhimamuun jireenya fuuldura keenyaaf murteessaadha. Jechi ‘Kaadhimamuu’ jedhu kun ‘seerratamuu’, ‘abdatamuu’, ‘waadaa galuu’ jechuutti hiikamuu danda’a. Misirroon
Gaafas galgala yeroon mana gahu, haati manaan koo irbaata qopheessitee na eegde. Harka ishee qabeen, “Waanan sitti himun qaban” jedheen.
Yeroonsaa amma miti. Abbaatu sangaa qalee sibiila ittiin waadan erga qopheessee booda foon waadee mucaa isaatiin immoo “Yaa ilmakoo, mee