Adolf Hitler / አዶልፍ ህትሌር
Adolf Hitler dhalataa Oostriyaa fi lammii Jaarmaanii kan ta’ee fi polotikaa irratti nama bal’inaan beekkamu dha. Partii NAZI hoogganuun akkasumas […]
Adolf Hitler dhalataa Oostriyaa fi lammii Jaarmaanii kan ta’ee fi polotikaa irratti nama bal’inaan beekkamu dha. Partii NAZI hoogganuun akkasumas […]
Yaa lafaftuu yaa inaaftuu!Yaa cabsituu yaa hiraartuu!Yaa tolfattuu yaa hamattuu!Yaa dadhabduu yaa yarattuu! Madaa qubaa natti hin ta’iinNan guddadhaa obboleessoNa
Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali;
Nama borii ta’uuf kaadhimamuun jireenya fuuldura keenyaaf murteessaadha. Jechi ‘Kaadhimamuu’ jedhu kun ‘seerratamuu’, ‘abdatamuu’, ‘waadaa galuu’ jechuutti hiikamuu danda’a. Misirroon
Gaafas galgala yeroon mana gahu, haati manaan koo irbaata qopheessitee na eegde. Harka ishee qabeen, “Waanan sitti himun qaban” jedheen.
Bara duriiti jedhama. Namicha ogeessa, akkanuma waa beekuu danda’u tokkotu muka jala taa’ee kadhata godhata ture. Yeroo kadhannaaf ol jedhu
Art. Haacaaluu Hundeessaa abbaa isaa Obbo Hundeessaa Boonsaafi haadha isaa Aaddee Guddattuu Horaa irraa bara 1976 Magaalaa Ambootti dhalate. Art.
Hey there, fellow tech enthusiasts! Buckle up as I take you on a wild ride through my adventures with Linux,
In recent years, Artificial intelligence (AI) has made significant strides, transforming industries and enhancing our daily lives. However, as AI