Ifargan

Ifargan Gudeta Eticha is the CEO and Founder of Ifargan Technologies

Qarqara Du’aarratti Gaabbii

Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali; […]

Nama Borii Ta’uuf Kaadhimamuu

Nama Borii Ta’uuf Kaadhimamuu

Nama borii ta’uuf kaadhimamuun jireenya fuuldura keenyaaf murteessaadha. Jechi ‘Kaadhimamuu’ jedhu kun ‘seerratamuu’, ‘abdatamuu’, ‘waadaa galuu’ jechuutti hiikamuu danda’a. Misirroon

Mana Abbaa Kootu Gubate

Yeroonsaa amma miti. Abbaatu sangaa qalee sibiila ittiin waadan erga qopheessee booda foon waadee mucaa isaatiin immoo “Yaa ilmakoo, mee

Language
Scroll to Top